News

Dhaabi morkataa Kongirasiin Federaalawaa Oromoo (KFO) hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo kan mootummaan Shanee jedhuun walin hidhata hin qabu jechuun hime. Dhaabichi ajjeechaafi badiiwwan ...
Waraanni Bilisummaa Oromoo -WBOn lammiilee Chaayinaa sadii lixa Oromiyaa naannoo Mandiitti hojii albuuda baasuu hojjatan butuun to'annoo jala oolchuu ibsa baaseen hime.
Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne du'a obbo Baatee Urgeessaa irratti qorannoon bal'aan akka gaggeeffamu gaafachuuf hiriira qopheessee jira. Obbo Battee Urgeessaa, miseensiAdda Bilisummaa Oromoo ...